Tarkaanfii 1ffaa Wabi-Saayitii naannoo M/barnootaa Osseo kanaa gadii seeni Website: https://www.district279.org/ Seetingii gara gadii harka mirgaarratti argamu keessa seenuun afaan jijjiiradhu. Tarkaanffii 2ffaa Saanduqa kareaa harka mirgaa gadii irra tuquun Viidiyoo kee guutumatti bani. Saanduqa keessa Afaan Ingiliishii kan jedhurra tuquun gara afaan barbaaduutti jijjiiradhu. Weebi-Saayitiin keenya afaan barbaadutti siif hiikuu kan danda’u foddaa Kompitara keetiratti baasuun si gargaara.. Tarkaanfii 3ffaa Afaan barbaadde filadhi, barreefamni barbaadde affani filatteen ni mul’ata. Haala kana irra deddeebi’uun liinkii/wabi-saayitii distiriikitii adda addaa keenyatti fayyadamuu ni dandeessa.. | |
. | |
Wabi-saayitii M,barnoota Naannoo Osseotti Seetingii Keessa Seenuun Afaan Barbaadutti Jijjiiri.