AVID
ADVANCEMENT VIA �INDIVIDUAL DETERMINATION
[L. avidus]: eager for knowledge
AVID
TARKAANFII KARAA MURTEESSUU DHUUNFAA
[L. avidus]: beekumsaaf hawwii guddaa kan qaban
What is AVID?
AVID is a college readiness program �that helps middle school and �high school students prepare for �college and life after graduation
AVID’s mission is to close the opportunity gap by preparing all students for college readiness and success in a global society.
AVID maali?
AVID sagantaa qophii kolleejjii barattoonni mana barumsaa giddu galeessaa fi sadarkaa lammaffaa erga eebbifamanii booda kolleejjii fi jireenya isaaniif akka qophaa’an gargaarudha
Ergamni AVID barattoota hunda qophii kolleejjii fi milkaa’ina hawaasa addunyaa keessatti qopheessuudhaan qaawwa carraa cufuudha.
AVID Elective & AVID Schoolwide
AVID Filannoo
The AVID Program
AVID is for:
Meets One or More of the Following Criteria:
(foster care, loss of a parent, etc.)
The AVID Program
AVID is for:
Meets One or More of the Following Criteria:
(gargaaruu tajaajila, maati dhabuu, faakinya adadda.)
The AVID Program
AVID helps students with:
The AVID Program
AVID helps students with:
AVID Skills
Dandeettii AVID
A typical week in AVID
Torban idilee AVID keessatti
AVID Applications
Applications for AVID for both Armstrong �and Cooper will be available in electronic or paper copy in the Counseling Office and �are due Friday March 6.
A part of the application is for students to share what AVID means to them and why they want to do to college.
Appilikeeshiniiwwan AVID
AIyyanni AVID Armstrong fi Cooper lamaan isaaniif waraabbii elektirooniksii ykn waraqaatiin Waajjira Gorsaa keessatti kan argamu yoo ta’u, Jimaata, Sadassa 7 dhiyaachuu qaba.
Kutaan iyyannoo kanaa barattoonni AVID isaaniif maal jechuu akka ta’ee fi maaliif akka kolleejjiitti gochuu barbaadan akka qooddataniidha.
Application timeline
Application timeline
Have questions?
Please reach out to any of the �AVID Coordinators with questions
AHS: Ryan O'Connor 763-504-2688 Ryan_OConnor@rdale.org
CHS: Amanda Lieser 763-504-8537 Amanda_Lieser@rdale.org
PMS: Lisa Geier 763-504-71753 Lisa_Geier@rdale.org
RMS: Melissa Davey 763-504-7528 Melissa_Davey@rdale.org
SMS: Becky Harmon 763-504-8256 Becky_Harmon@rdale.org
FAIR Crystal: Sara White 763-971-4517 Sara_White@rdale.org
District: Amanda Lieser 763-504-8537 Amanda_Lieser@rdale.org
District: Matt Pletcher 763-504-8162 Matt_Pletcher@rdale.org
Gaaffii qabduu?
Gaaffii yoo qabaattan Qindeessitoota AVID kamiyyuu qunnamaa
AHS: Ryan O'Connor 763-504-2688 Ryan_OConnor@rdale.org
CHS: Amanda Lieser 763-504-8537 Amanda_Lieser@rdale.org
PMS: Lisa Geier 763-504-7153 Lisa_Geier@rdale.org
RMS: Melissa Davey 763-504-7528 Melissa_Davey@rdale.org
SMS: Becky Harmon 763-504-8256 Becky_Harmon@rdale.org
FAIR Crystal: Sara White 763-971-4517 Sara_White@rdale.org
District: Amanda Lieser 763-504-8537 Amanda_Lieser@rdale.org
District: Matt Pletcher 763-504-8162 Matt_Pletcher@rdale.org