(Soorachaa filannoo gaggeessaa) jedhu kan Onkoloolessa 10 gaggeeffamu irratti nutti dabalamaa. Fooramii kaadhimamtootaa barnoota irratti

Maatii keessan fidaatii kaadhimamaa Boordii Mana Barumsaa Seattle & Qoonsilaa Magaalaa waliin nyaata bilisaa qooddadhaa.

Gaaffilee keessan waayee mana barnootaa irratti qabdan kallattiidhumaan gaafadhaa!

Virtual Live Link: coming soon

Sign in to Google to save your progress. Learn more

Fooramiin kun yaaddoowwanii fi abdiiwwan hawaasaa gidduugaleeffachuudha. Kaadhimamaa Boordii Mana Barumsaa Siyaatil gaaffii akkamii qabdu? 

RSVP(Bakka qabadhaa): Qaamaan koottaa yookin karaa varchuwaalii tamsaasa kallattii Fabook irratti nutti makamaa.

*

Yaadannoo dhaqqabummaa qindeessitoonni akka beekan barbaaddan qabduu? Yoo jiraate, maaloo ibsaa.

Next
Clear form
Never submit passwords through Google Forms.
This content is neither created nor endorsed by Google. - Terms of Service - Privacy Policy

Does this form look suspicious? Report