Maqaa Gootota Oromoo Hanga 1965 ALHttii (yoo nama baayée taé maqaa isaanii guutuu mallattoo qoodduun adda baasuun barreessi) 
Gootota Oromoo guutuu oromiyaa turan seenaa isaanii sassaabuuf kan qophaaé dha. Kaayyoon isaas ergan maqaa isaanii argadhee booda ragaalee barbaadaman funaanuun barreessuufi.